ODUU INJIFANNOO WBO
Guyyaa: Hagayya 26, 2020
Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan ganda Tuulama Canqoo RIB mana barumsaa magaalaa Canqoo buufatte utuu rafaa jirtuu gareen bakakkaa dhukaasa itti banuun haleellan Adabeera.
Injifaannoo dabalataa:
Amma ganama kana achuma ganda Tuulama Canqoo bakka Garee 14 jedhamutti lolli ajaa’ibaa geggeeffamaa ture, haa ta’u malee WBOn gama isaan madoof wareegama tokko malee buchulloota PP irratti tarkaanfii boonsaa fudhachuun lola sana injifannoon goolabeera.
——————————————————————————————–
Hagayya 25, 2020