ODUU JAJJABOO GUJIITTI RAAWWATAMAA JIRU

Amajjii 27 2020

Dararaan mootummaa shiftaa kanaan uummata oromoo irraatti adeemsifamaa jiruu, haala hamaa taheen gad jabeenyaan itti fufee jiraa. Haaluma kanaan guyyaa hardhaa kana godiina gujii lixaa Aanaa dugdaa daawaa magaala fincaawaa fi gandoota baadiyyaa aanichaa keessaatti daraara fi saamiichi jabinaan itti fufee jiraa. Aanaa Dugda Daawaatti

  1. Shunnee Boonayyaa gandaa Dhukkisaa magaadaa kan tahee Loon 4 fi re’ee 5 irraa fuudhuun qalatanii jiruu
  2. Zeeroo Jiloo ganduuma dhukkisaa magaadaa loon isaa guutuu kan qabuu 4 qaba isayyuu jalaa qalaatanii jiruu
  3. Aagaa Jiloo ganduuma dhukkiisaa Magaadaatti loon 3 jalaa qalatanii jiruu hunda jechuudha.
  4. Jiloo Qilxaa ganda meeddanaa loon 7 jalaa fudhaachuun jibiicha tokko keessaa qalatanii jiruu.
  5. Diida Boruu ganda looxii magaadaatti loon 3 jalaa qalatanii jiruu
  6. Gammadaa boruu ganduuma looxii magaadatti loon 4 jalaa fudhaatanii jiruu
  7. Jaarsoo Raaqoo fincaawaa ganda 02 loon lama kanuuma qabuu jalaa fudhaatanii tokko amma qalaatanii jiruu.

Duulli duguuggaa qabeenyaa diinagdeen oromoi ajjeesuu fi oromummaa balleessuu jabiinaan itti fufuutti jiraa. Kanaaf uummaanni oromoo kallaattii maraan jirtaan nuuf birmaadhaa jedhee iyyaa jiraa uummaanni oromoo gujii.


#Qarreewwan Gindhiir osoo obboleewwan teenya Wallaggaa dhuman gammachuu hin qabnu. Duuti Wallaggaa du’a keenya jedhu. Akkanaan isin beekna yoom takkaa diina jala fiigdan.
blank
blank

blank



#ODUU_SIMBIRTUU!
Qeerroo Wallaggaa Mormii dhoosee jira!
“Itti Muddameera
~ Amma Daandii Finfinnee irraa gara Naqamtee geessu guutumatti cufameera!
~ Daandiin wallagga irra gara Asoosaa geessuus Cufameera!
~ Daandiin Naqamtee irraa gara Naannoo Amaaraa geessuus guutumatti yeroo amma Cufameera! Mormii gabaa Laggannaaf Qeerroo Wallaggaa afranii qophii xumurre jirra Qeerroon Oromiyaas akka nu dirmatan amuma hatattamaan nu maxxansi”
Sagalee Qeerroo Lixa Oromiyaa irraa!
Waliif Dabarsaa?

blank

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...