#Aanaa_Baabile 7/2/2018 (Lakkofssa Itiyophiyaa 25/10/2010)
weerara Liyyu Polisin MNS ganama kana araddaa Erer ganda Ifaa bariirratti daguun banteen qonnaan bulaa keenya buqqaasani manneen isaani gubani jiru.
Ummann buqqa’e yero amma kana waajjira Bulchiinsa Aanaa Baabileetti argamu waan taheef Umanni Baabile obbaleewwan bira dhaabbadhaa waan qabdaniin deeggaraa.
Be the first to comment