OMN: Duula Saamicha Lafa Aanaa Fantaallee(Ado,15,2021)


TV OMN toora saatalaayitii dhiheenya isin beeksifne irratti rakkoo qabaachaa akka ture nu hubachiisaa turtanii jirtu. Amma toora biraa saatalaayitii ‘Monacosat’ armaan gadii irratti argachuu akka dandeessan haala mijeessinee jirra. Saatalaayitii biroo irrattis toora dabalataa irratti argattan haala mijeessaa jirra. Ammaaf toora armaan gadii kanaan TV OMN daaw’achuu dandeessu.
Monacosat 52°E
Frequency: 12476 H
Symbol rate: 27500
FEC: 3/4
Galatoomaa,
OMN


Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.