OMN: Haasawa MM Abiy “warra maqaan Doktoraa fi Saayintistii” jedhe irratti yaada hayyootaa

OMN: Haasawa MM Abiy “warra maqaan Doktoraa fi Saayintistii” jedhe irratti yaada hayyootaa

Haasawa Muummee Ministeraa Abiy sagantaa galii sassaabbii Paartii Bilxiginnaa irratti “warri maqaan isaanii Doktoraa fi Saayintistii” jedhee hayyoota qeeqe ilaalchisee hayyootni maal jedhu? Prof Asfaaw Bayyanaa fi Prof Mohammad Hasan yeroo muraasa booda qabannee dhihaannna.





Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.