OMN: Ob/ Dinquu Dayyaasaa – Himannaa Walta TV ilaalchisee

(Wax 28, 2020)

Similar Articles

Comments

  1. Hummanni Oromoo yommuu Nyaphni ykn Diinnii lubbuu horattee agartuu ija keenyaa buruksuuf adeemstu caldhisnee ilaaluu hinqabnu; kuni raatuu ta’u dha. Sirni Nafxanyaa, Oromoo ballessuuf dura, ‘institution’ keenya isa hundee irratti duulte. Amma deebinee sirna keenya jigee bade iddotti deebisuf yommuu caarraqnu, deebistee nu harkkatti laamshessuf duulaa Oromummaa fi Oromia irratti bantee jirti. Oromoo jarraa 18ffaa kessa jiraachuu keenya hindagatinaa. Maal jennan Minilik hinduune, kan sirna isaa deebisee daabuuf tattafatutuu jira. Nuti immoo sirna keenya inni diige sana deebisnee ijaaruuf dhamaana. Hamma lelliftonni Minilik jiranitti, hundi keenya Leenjisoo Diigaa dha, hundi keenya Tufaa Munaa dha; Hundi keenya Guraaraa Lataa ti; hundi keenya Qeerroo dha.
    Oromoon diina isaa mohachuuf, akka itti diinni isaa isa ballessuuf hojjatu beekuu qaba. Innii qofti gahaa miti, Hojii Diinni isa irratti hojjatu innis Diina isaa irratti hojjachuu qaba; an eye for an eye. Diinaaf gara laaftee, garaan lafa si-gahaa Oromoo. Wanta Diinni keenya Daraaraa Kafanii goote yaadadha, Obbo Dinquu Dayyasaa tuquun Oromoo miliona 50 tuquu dha. Mortuun otoo mortuu, Hortuun horti jedha Oromoon.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

blank

Breaking news: mass murder in Ambo

Disturbing picture from Ambo where Hachalu was buried today. Unknown number of unarmed youth were assassinated by Abiy soldiers today. July 2, 2020 Via Qaanqee...

More arrests in Sidama as authorities refuse to hand power to new region

More arrests in Sidama as authorities refuse to hand power to new region By Sidama Human Rights Activists, May 8, 2020 The persistent violations of human...

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past In the first part of this video, Ethiopia’s Prime Minister Abiy Ahmed Ali (Nobel Peace...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

HRW: Ethiopia Cracks Down: Daily Brief – July 2, 2020

HRW: Ethiopia Cracks Down: Daily Brief - July 2, 2020 (HRW) -- Ethiopia cracks down following protests over popular singer’s murder; detainees at a facility...