ONN, BBS, OMN, Moha Oromo: Waxabajjii 20, 2020



OMN: Mata Dureewwan oduu (June 20, 2020)
Ummanni Oromoo yakkoota ajjeechaa, fi saamichaa irratti aggaa’aman gamtaan qolachuu qaba jedhan jaarmiyaaleen Oromoo Idil-adddunyaa.
===
Godina Baalee Aanaa Dalloo Mannaatti lammiileen nagayaa maqaa garaa garaatiin doorsifamnee hidhamaa jirra jedhu jiraattonni.
===
W/Lixaa Aanaa Gullisootti Ajjeechaa, hidhaa fi reebichi itti fufee jira. Jiraattonni Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Anfilloo baay’een walitti bu’insa humna nageenya mootummaa fi qaama bosona jiruu baqachuun magaalaa Gambeellaa Ganda 03 keessa qubatanii jiru.
===
Godina Shawaa bahaa aanaa Boosat araddoota gara garaatti qaamolee nageenyaatiin jiraattotaa fi maatii wareegamtootaa irra rakkoon gahaa jiraachuu namootni OMN aanicharraa dubbise himan.
===
Magaala Bulee Horaatti hidhaan Lammiilee hammaate jedha hawaasni.
==
Waxabajii 21,2020 Dilbata haguuggii ji’aa fi aduu jidduutti uumamuun ganama hanga naannoo sa’aatii sadiitti aduun dimimmisuu dandeessi. Kunimmoo ija namaa waan miidhuf of eeggadhaa jedhu Hayyoonni Astroonomii. Biyyitti Lixa Afrikaa Maalin mormii uummataa jabaan raafamaa





Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020