ONN: Adoolessa 3,2018-Finfinnee
=====================
Afaaniin dirree dimokiraasii bal’isuu irratti uummata burjaajessaa, uummata hidhuun, dararuun, reebuun, ajjeesanii mana irratti gubuun kan duraan olitti uummata irra gahaa jira. Badii tokko malee guyyaa har’aa dargaggoo Shaanqoo Solomoon magaalaa Finfinnee keessatti loltoota Mootummaa EPRDF’n qabamee bakki buuteen isaa dhabamee jira.

Dargaggoon kun nama naamuusa qabuuf akka Jaarsaatti magaalaa Naqamtee keessatti ijoolleef dargaggoota gorsee karaa jireenyaa agarsiisu qofaa ta’uuf, kan uummanni magaala magaalaa Naqamtee jaallatu ta’uu kan nuu gabaasan, yakka ajjeechaaf hidhaa nurratti raawwataa akka waan rakkoon saba bal’aa furameetti hololli afarfamee uummata goolaa jiru kijiba ta’uu Qeerroon saaxileera. Nama muraasa hiikanii qabsaa’oota addaan dhimbiibanii hidhuun saatii dabale kanatti carraan Oromoon qabu falmatee xumura itti gochuu qofa akka ta’e nuu gabaasan.

Dargaggoo Shaanqoo irra balaan kam akka hingeenyeetti bakka itti ukkaamsanii dararaa jiran, akka nuuf goota ibsan gaafanna jechuun nuu gabaasan.





Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...