ONN: Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa, Adooleesa 24, 2018




Dr. Nagasoo Gidaadaa, pirezidaantiin Itoophiyaa duraanii, waltajjii kaleessa galma giddugala aadaa Oromootti geeggeeffame irratti argamanii dhaamsa gajjallaatti argamu ummata biraan naa gahaa jedhanii turani.
OBN ani sagalee ummataati jedhee of himuyyuu dhaamsa kana dabarsuufii hin feene. Dhaamsichi kunootti waliif daddabarsaa:

“1) Osoo ABO waliin haasa’anii araaraa waaraa hinbuusin, dhaabilee garagaraa biyya galan jedhanii lakkaa’uun rakko biyyatti hinfuru.

“2) Bakka nageenyi hinjirretti tasgabiin, sirni dimookraasitiifi misoomni hinyaadamu.

“3) Mootummaan hatattamaa haasaa araaraa ABO waliin bakka abbootin gadaa, abbootin amantaa, haayyoonifii qeerron argamanit jalqabuu qaba.

“4) Mariin araaraa kun akka milkaa’uf yoo barbaadame, Mootummaanis akkuma ABO labsii dhukaasa dhaabu labsuu qaba, miseensota raayyaa ittisaatifis uummata shororkeessuurraa akka of-qusatan ajaja cimaa dabarsuu qaba.”

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...