ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa; Gaaddisa Dhugaa Waxabajjii 5 bara 2018



#HALEELLAA_WBO
Waxabajji 05/2018
Waraanni Bilisummaa Oromoo/WBO’n/guyyaa har’aa haleellaa waraana goolessituu wayyaaneerratti fudhateen waraana diinaa ja’a yommuu ajjeesu,namoonni 11 ta’an humnaa ol madaa’anii wal’aansarra jiru.Haleellaan kanaan kan barraagde waraanni lubbuun hafte madooshee guurrattee kan deemte tahuus gabaasaan WBO zoonii lixaa addeesseera.
WBO Gaachana Sabaa
Oromoon suma qabaa!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.