OPDO/PP wajjiraa #ABO amma yoona banamee turee Oromiyaa hunda keesati cuufsisudhaf karoora gudaa baafatanii jiruu .

Kunis an taheefi #WBO bosonaa keessa jiruu sinituu dubba jirra jechuun dha soba harara’a (fake peaceful agreement) akka Jilli #ABO humnaan bosona keesa dhibaa dhan galchuu dhaf akka tahe beekamee jirra . Kunis OPDOn kayyoo nafixanyaa hojii irra oolchuu dhaf hojiti eegaltee jirti. Waan buraayyuu irrat tahees kanuma.

Kana booda wajiira ABO akka hin_banamnee jeequmsaa gudaa akka ABO irrat banamuu ajeechan jeequmsaa manna hidhaatii dararuun humnaa Oromiyaa poolisii ti keename jirra. Oromiyaan poolisii ergaa kana akkuma fudhateen hojii irra olchee jirra. OPDO an akka #Taayyee_Dandea #Addis_Arega #Alemu_Simee waan kana irrat eega hojii caalqabanij turani jeedhama.

Kan duuba jiruu garu Col/Abiy Ahammed fi Nafixanyaa akka tahee gafi hinqabuu jeedhu .

Shari waalif godha dhafat
Qeerroo bilisumma maal eegdha ?

Via Biqilaa Biyyaa

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...