OPDOn Godina Booranaatti maallaqa Abbotii Gadaati hirtee akka WBO balaaleffatan godhaa jirti

Abbootii Gadaatiif Birriin yeroo raabsame

Via Oromo Community

Harkaa harkatti kaameraatu issin qabe. Iccitiin kibba Oromiyaatti Ummatni ba’ee akka WBO balaaleffatu godhamaa jiru kanaadha.

OPDOn kibba Oromiyaa Godina Booranaatti kara Bulchaa Abbaa Guyyoo Galgalootiin maallaqni Abbotii Gadaa nama sadiif kuma dhibba sadii kuma sagaltamii torbaa fi dhibba sadiif shantamatu (397, 350)hirameef.

Kana booda bakka hedduutti nama maallaqaan bittee duula WBO balaaleffanna OPDOn itti fufti.

 

Similar Articles

Comments

  1. QUBEEN BARRU AFAAN KEENYAAF YOO TA’UU AI’NAA/QUALITY/ ADDAAN BEEKAMUU QABA. KABAJINI, QAROOMNI FII HUBANNAAN TOORA KAMITTUU KAN KEESSATTI MUL’ATU. MIRGI GUUTUUN NAMOOTAA AKKUM JIRUTTI TAHEE; AADAA BADE DEEBISUU KEESSAA TOKKOOF DURSAA WAAN TA’EEF.
    YEROO QEEQNUS, BALAALEFFANNUS, DEEGGARRUS JECHUU.
    WAAN DHUGAAN DALAGAMAA JIRU JALA MURUUN DANDA’AMUU BAATUS, “ABBOOTIN GADAA MAT’AA NYAATU YKN FUDHATU” YAAKA JEDHU YKN JECHISIISU OROMOON BARREEFFAMUUN IRRA HIN JIRU. NAMOOTA QOFA UTUU HIN TAANE AADAA GUDDAA OFII XURII YKN DIINA GIDDUUTTI HA’UU DHA. GALATOMMAA.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...