Oromia Region of Ethiopia Embraces a Renewed Youth (Qeerroo) Protest

Oromia Region of Ethiopia Embraces a Renewed Qeerroo Protest

The protest that started last week in few towns of Oromia is spreading to many major cities of Oromia, February 8, 2021. The following are few cities we got reports from:

For more: Qeerroo.org

Qeerroo

OT: Gurraandhala 8, 2021
====================
Cuunfaa Hiriira Deeggarsa MCBO fi balaaleffannaa PP Magaalota Oromiyaatti har’a(Guraandhala/Feb 08,2021) gaggeeffamaa oole:
Qaanqeen Deeggarsa MCBO Ambotti qabate Shaggar Lixaa Calliyaa Magaalaa Geedoo, Horroo Guduruu Wallaggaa, Magaalaa Gooba, Wallagga bahaa, Naqamteetti gaggeeffamaa ture har’a akkaan babal’atee oole.
Kanneen har’a itti oolan:
1) Kibba Oromiyaa Boorana(Yaaballoo)
2) Wallaggaa Bahaa(Naqamtee)
3) Qeellam Wallaggaa(Dambii Doolloo)
4) Arsii Lixaa(Shaashamaannee)
5) Harargee Lixaa(Asaboot)
6) Harargee Lixaa(Ciroo)
6) Shaggar Lixaa(Gincii)
7) Shaggar Lixaa(Abuunaa Gindabarat-Kaachis)
8) Horroo Guduruu Wallaggaa(Shaambuu)
9) Shaggar Kibba Lixaa(Walisoo)
10) Arsii Bahaa(Xiijjoo)
11) Wallaggaa Lixaa(Gimbii)
12) Wallaggaa Lixaa(Anfilloo)
13) H/Guduruu Wallaggaa(Shaambuu)
Kanaa dura gaafa (Guraandhala 05 fi 6, 2021) itti gaggeeffame,
Shaggar Lixaa:
1. Amboo
2. Calliyaa
H/Guduruu, J/Raaree
~Goobani fa’a ture.
Hub: Hiriira hanga amma gaggeefame irraatti Lubbuun barataa Diqqaa Dabbasoo kan darbeefi barattoonni shan Yaaballootti kan rukutaman, barattoonni Amboofi namooti magaalichaa hanga 40 tahan kan hidhaman, Geedoo irraa Dirctor MB waliin nama lamafi kan hidhaman akka tahe quba qabaadha. Maqaa namoota hidhamanii, rukutamaniifi wareegamanii galmeessinee seenaaf ol kaahaa deemna.





Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.