OSA 33rd Annual Conference – Day 3 – Final




Injiner Taakkalaa Uumaa Bantii guyyaa sadaffaa xumuraa conference OSA irratti argamuun haasaa kan taasisan “OSAn kana booda biyya hambaa ilaaluu hin qabu,” jecuun jalqabanii , “Warri aarsaa kaffalaa turtan qorannoo keessan duubatti deebi’uun ilaaluufi dhaloota, biyyaafi diinagdee irratti jijjiirama akka fidu gochuu qabdu,” jedhanii, “Kanaan boodas , OSAn biyya hambaa ilaaluu hin qabu” jechuun OSAn magaala Finfinnee keessatti giddugala banatee akka hojjetu affeeruun ‘Qarreefi Qeerroon OSA akka biyyatti galuuf aarsaa kanffalan galata qabu’ jedhaniiruu.
Kanaafis, akka bulchiinsa magaalaa Finfinneetti fi nama dhuunfaatti WQO deeggaruuf qophiidha jedhaniiruu.

Kannuma waliin boru hirmaattotni yaa’ichaa biqiltuu dhaabuu irratti akka hirmaatanif bakki qophaawwuu waamicha dhiyeessaniiruu…


 

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...