A pregnant woman was shot and killed by OPDO in Dambi Dolo

July 24, 2018

Her name is Birhane Mamo and she was a nine month pregnant. Yesterday, while she was getting transported to hospital for delivery, bullets showered on her from Oromiya Special Force without any warning. She died on the scene. Three others in the car were seriously wounded. 


(A4O, July 24, 2018) A pregnant woman was shot and killed by OPDO police forces in Dambi Dolo, south west Oromia.

According to sources, a pregnant mother, Birhane Mamo, who was heading to Dembi Dollo hospital for delivery was killed by armed policemen Yesterday.

A pregnant mother in labor and four members of her family including her husband were severely injured and hospitalized.

The pregnant mother was getting transported to hospital for delivery, bullets showered on her from Oromiya Special Force without any warning. She died on the scene. Three others in the car were seriously wounded.

The government hasn’t issued any official statement on this killing.

However, Dambi Dollo communication officer has published the information it gathered from eye witnesses. Accordingly, the women was killed by Oromia Special Force while getting transported to hospital for delivery.

Dembi Dollo is a capital city of Qellem Wollega Zone, mostly known for its gold and busy cash-crop business including coffee Arabica. It was relatively peaceful and calm before the government sent heavily armed soldiers and special police forces last month in a move to curb the recent progress of Oromo Liberation Army in the area.

Nevertheless, Oromo Liberation Front has recently announced that it has temporarily ceased fire in order to sit down for peace deal with the government. It is unclear why the government still wanted to settle armed soldiers in a populated civilians city.


ወ/ሪት ብርሃኔ ማሞ ትባላለች፣ ትላንት ማታ Refer ተደርጋ በ ባጃጅ ወደ DambiDolo Hospital ኢየሀደች እያሌች በ OromiyaSpecialForce Police ተቶክሶባት ህጻን ልጅ በ ሆዷ ኢንያዘች ህይወቷ አልፏል ። አብሮት የ ነበሩ 3 ሰውች በ ክፉ ቆስሏል።

Silaa haadha dr ABIY yookin haadha, obboo LAMMAA MAGARSAA. Taatee hardha dachiitu garagala.
Garuu immoo otuu beekanii haadhuma harmee isaan deesetu ilmoo garaatti baatte gara mana yaalaa deemaa jirtu irratti hammeenya cininsuu san irraan QAWWEE IBIDAATIIN guban.
OPDO ITTII GAAFATAMUMMAA JALAA hin baatu.

Pregnant




ላማ ማገርሳ ኦሮሞ ህዝብ ለማታለል ህዝበችን ጌተችን ነው ስል ነበረ ። ለኢትዮጵያኖች ደግሞ ኢትዮጵያውያዊነት ሱስ ንው ስል ነበረ ። አሁን ደግሞ ኦሮሞን መግደል ሱስ ነው እየለን ነው ።

አቶ ላማ ማገርሳ ከአቶ ጌታቸው አሰፋ ገር ሆኖ የኦሮሞ ህዝብን ስየስጫፋጭፍ የቆዪ ግለሰብ ነው ። በአሁኑ ሰአት ደግሞ የወያኔ ስርአት ናፋቂ ለመመለስ እጅግ ኢየተገለ የለው ግለሰብ ነው ። ይህ የእርጉዝ ሴት ለመውለድ ትንሽ ሰአተታት የቀራችው የተገደለችው በእርሱ ትእዛዝ እንጅ እንደ ዱሮ በትግራይ አጋዚ አይደለም ። ይህ ሊሰመርበት ይገባል ።

ይህ እርጉዝ ሴት አገዳደል በለፋው በኦሮሞ ሰላማዊ ሰልፍ በአርሲ የተገደለችው ገር እጅግ ተመሳሳይነት አለው።

#የእህተችን ሕይወት በገነት የኑረው ።

#OPDO MUST GO !
የኦሮሞ ትግል ተጠነክሮ ይቀጥላል !
ድል ለኦሮሞ ህዝብ !



“Guyyaa 17/11/2010 ykn 24/07/2018
Ibsa Ejjennoo Qeerroo D/Doolloo

Haala yeroo irratti Waggoota 150 oliif uummatni Oromoo qabsoo sirna cunqursaa fi garbummaa ofirraa finciluuf hanga guyyaa har’aatti aarsaa ulfaataa gumaachaa as gaheera. Ta’us sirni abbaa Irree kun bifaa fi kallattii adda addaan nuurratti jijjiiramaa har’a gahee jira. Keessuma yeroo ammaa Oromiyaa gara Lixaa irratti ajjeechaan, reebichi, saamichii fi arrabsoon gadheen uummata keenya dararaa jira. Deddeebiidhaanis reeffa keenya awwaallachaa, madoo keenya suphaa obsa fixannaa keessa seennee jirra. Gocha duguuggaa sanyii nuurratti raawwatamaa jiru kana balaaleffachuuf Uummatni D/Doolloo guyyaa 19/11/2010- 22/11/2010 ykn 26/07/2018-29/07/2018 tti guyyoota 4 (afur) walitti aanan sirna Laguu Gabaa (market boycott) geggeessuuf qophii xumuree jira. Kanaaf aanoleen Godina keenyaa, godinaaleen ollaa keenyaa fi guutummaan oromiyaa deggersa Lubbuu darbu ni mormina jedhuuf akka nu cina hiriirtan waamicha isiniif taasifna.
Qabxiilee Mormii kanaaf Bu’uura ta’an
1. Oromiyaa keessatti qaamni mootummaan hidhachiise hawwaasa nagaa ajjeesuu irraa akka of qusatu.
2. Labsii yeroo muddamaa beekamtii hin qabneen hawwaasa jireenyaaf fiigu ajjeesuu, reebuu, saamuun haa dhaabbatu
3. Maqaa ABO fi WBO deeggartu jedhuun hawwaasa nagaa miidhuun haa dhaabbatu
4. Faajjii ykn Alaabaa Lubbuu, Lafee fi Dhiigni safara hin qabne itti badeef mararsiifannaa sabni agarsiifatuuf hawwaasa dararuun haa dhaabbatu
5. Waajjiraalee fi mana nama dhuunfaa seenuun doorsisuu fi qabeenya saamuun haa dhaabbatu
6. Ta’e jedhanii hawwaasa sodaachisuuf boombii nama nagaatti darbachuu fi dhukaasa naasisaa magaalaa keessatti deddeebisanii dhukaasuun dirree waraanaa fakkeessuu
7. Qaamni madaa’e fi miidhame qor-qalbiif dinagdeen akka miidhamuuf maqaa Rifeerii jedhuun dararuun nurraa haa dhaabbatu.
Qabxii sirreeffammanii fi Beekamuu qaban.
1. Oromoon akkasumas hawwaasni D/Doolloo kaleessas, har’as ABO dha. WBO cinaa ni dhaabbatna.”


Hubachiisa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa

(SBO/VOL – Adoolessa 24,2018) Qeerroo Bilisummaa Oromoo diddaa isaa karaa nagaa gaggeessaa tureen Fincila Diddaa Garbummaa (FDG) irraa hanga Fincila Xumura Garbummaa (FXG) har’a itti jiruutti marii bal’aan booda kan waamicha uummataaf godhu ta’uun beekamaadha. Sochii warraaqsaaf waamicha hiriiraa yeroo yeroon haareessuun guyyoota qabatee waamee hin beeku. Sochii walitti fufiinsaa dhaadannoo “Hanga Bilisummaatti sochii itti fufna!” Jedhu qabatee kan warraaqu ta’uu Oromoon hubachuu qabaa.

Waan ta’eef hiriira guyyaa 3f jedhamee waamame kana Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan harka keessaa hin qabne ta’uu Qeerroo Bilisummaa Oromoo hubachiifna.

Sochoowwan guyyaa har’aa roorroon itti hadhaahuun magaalaan Dambi – Doolloo fi Sadan Canqaa taasisan waamicha Qeerroo torbanoota darban hiriirri mormii jabaatee akka itti fufuuf taasise kan mata duree “Gaddaa fi gadadoon uummata keenya Oromoo irraa hanga kaafamutti FXGn guutuu Oromiyaa makate hin dhaabbatu!” Jedhuun waame ka ilaallatu ta’uuf sochiin roga maraan hanga Bilisummaa haqaa Oromoon gonfatutti kan itti fufu ta’uu hubachiifna!

Kana hubachuutiin warraaqsa bakkoota hedduu dhoofama jiru hanga gaaffiin abbaa Biyyummaa nuu deebi’utti jabaatee akka itti fufuu qabu Qeerroon dhaammata.

Qaamonni waan akeekaa fi ejjennoo hin qabne fuula miidiyaa irratti maxxansitan kana hubachuutiin akka qabsoo Oromoo burjaajessuu irraa dhaabbattan wareegamtoota Oromootiin isin dinninna.

Injifannoo Ummata Oromoof!
Gadaan Gadaa Xumura Garbummaa ti!
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Fincilli Hanga Bilisummaatti!

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...