Prison Conditions and killings in Ethiopia under the Regime of the Nobel Peace Prize Laureate Abiy Ahmed

  1. The following image was taken in West Hararge, Badessa town – only a week ago
  2. Dhukaasa guyyaa har’aa Shaggar Kaabaatti jila ABO waajjira banuuf deeman irratti dargaggeessi Waaqoo jedhan rasaasaan ajjeefame

  3. Massacre by Abiy Army
  4. Weellistuu Hawwii H. Qananii (intala Elfnash Qannoo) galgala kana akkanatii  Poolisii Oromiyaa Buraayyuutin reebamte kuno hospitable keessa jirti du’afi ajjechaan of duuba nudeebisu (Baakoti wanta sirba Eebisa Adunyaa sirbiteef)

Similar Articles

Comments

  1. Abbootni Gadaa Oromoo hundi keessan saglan gumii caffee keessanii guuttachuun dirqamaa fii itti gaafatamtummaa keessan Abbaan Muudaa dhaamsa isiniif dabarsanii jiru. Kana jechuun Abbaan Duulaa Gujii qeerroo Gujii, Abbaan Duulaa Maccaa qeerroo Maccaa, Abbaan Duulaa Ituu qeerroo Ituu, Abbaan Duulaa Arsii qeerroo Arsii (Sikkoo fii Mandoo), Abbaan Duulaa Booran Boroo (moggoo) qeerroo Booran Boroo (Sabboo fii Goonaa), Abbaan Duulaa Walloo qeerroo Walloo, Abbaan Duulaa Karrayyuu qeeroo Karrayyuu (Dullachaa fii Baasoo), Abbaan Duulaa Qaldhoo qeerroo afran Qaldhoo (Oborraa, Ala, Dagaa fii Baabbilee), Abbaan Duulaa Jaarsoo qeerroo Jaarsoo, Abbaan Duulaa Akkichuu qeerroo Akkichuu, Abbaan Duulaa Garrii qeerroo Garrii, Abbaan Duulaa Gabraa qeerroo Gabraa, Abbaan Duulaa Gurraa qeerroo Gurraa, Abbaan Gadaa Raayyaa qeerroo Raayyaa, Abbaan Gadaa Tuulamaa qeerroo Tuulamaa, kkf hundi akka seera ganamaa keenyaatti qeerroo Oromoo umriin ganna 24 hamma 32 jiru kan qaamaa sammuun fayyaa qabu, isa dirqama qeerroo beeku …
    I.Fufa.

  2. hunda warraaqsuun Bilisummaa Oromiyaa gonfachiisuu keessatti dirqama hooggansaa isin irraa bahuu qabdu.
    Kana ta’uu baannaan jechuunis namni Abbaa Duulaas ta’e miseensi saglan yaa’ii caffee Gadaa dirqamaa fii itti gaafatama isaa hin raaw’atne miseensa dhamaa osoo hin taane dhama’ee dhamaasaa sabaa waan tahuuf seenaan ni abaarama jechuu dha.
    As irratti wanti ani jabeessee isinitti himu gareen amma gargaarsa Eertiraa tiin Oromoo dhabamsiisuuf halkanii guyyaa dhamaatii irra jiru kuni Guraagee dha. Akkuma seenaan mirkaneessutti, waggaa 400 dura qeerroon Rayyaa, Yajjuu, Walloo, Maccaa fii Tuulamaa ol’aantii waraanaa tiin Guraagee lafa har’a mootummaa Eertiraa keessa jiru Gur’aa irraa booji’anii Qixxee Oromoo qtbsiisanis, fincila diddaa Sirna Oromoo wahgoota 300 gochaa turuu isaanii hayyuun Raashiyaa Aleksaandar Bilaatooviich
    Hoomaa Axee Miniilik Faana ‘አሌክሳንደር ብላቶቪች ከአፄ ምኒልክ ሰራዊት ጋር’ kitaaba jedhamu irratti waggaa 100 dura mirkaniin barreessee jira. Kana malees alaabaan biyyaa kunis kan Amaaraa ti jedheera.
    .

  3. Aleeksaandar iccitiiwwan
    (maqoo) biroo hedduus saaxilee jira. Ummata Amaaraa dhukkubni ‘fanxaaxaa’ (ፈንጣጣ) akka hin qabne talaalliin kennamaa ture maal akka ta’e, Oromoon garuu dhibee fanxaaxaa kanaan gaalamuu (dhumachuu), gaallaan Amaara ta’uu akka namaa galutti barreessee jira. Oromoon miseensa waraana Miniilik ta’us akka carraan talaallii isaanii hin kennamne mirkaneessee jira.
    Seenaa irraa hin baratnu taanaan deeboon keenya akkuma gaafa sanii ti. Kuni ilmaan Oromiyaa miseensa raayyaa ittisa biyyaa, torbii (poolisii) federalaa fii Oromiyaa ta’an hundaaf dinniina ta’uu qaba. Akka Obbo Lammaa Magarsaa, Obbo Leencoo Lataa, Obbo Leencoo Baatii…kkf warri araada Itiyoophiyaa dhiiga ummta keenyaa dhugduu tiin yoo machooftan malee. Obbo Jawhar Muhammad fii jaallan akka isaa hundi daandii irra jirtan daddaffiin gilgaaluu qabu. Kuni dhaamsa Abbaa-Muudaa, uggurrii Wayyaanee keessa jiruu ti.
    …………
    Horaa (Waq Bless You) !!
    Bulaa (Long Live) !!
    Hoffolaa (Be Victorious) !!
    …………….
    A.M.Dh.S.L.W.L.W.A

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...