Qaanqee Show: Obboo Dinquu Deyaasaa nama akkamitti


[SBO – Waxabajjii 23,2020] Godina Wallagga Lixaa Ona Gullisoo keessatti SHANEE deggertuu fi nyaachistuun ummatni guyyuu ni ajjeesama; ni hidhama; qabeenyi isaa mana waliin duraa gubata. Gochi fokkataan waraanni mootummaa ummata nagaa irratti raawwatu kun guyyuu dabalaatuma bula malee gudunfaa hin arganne.

Waxabajjii 22,2020 kaleessa Ona Gullisoo ganda Sankii Daannoo iddoo addaa Sankii jedhamutti waan waraanni kun maatii hiyyeessa irratti raawwate haalaan gaddisiisaa dha.

Obbo Yoonaas Hirphaa namni hiyyeessi, jireenyi isaanii harka irraa gara afaanii ilma keetu SHANEE keessa jira ittiin jedhanii bifa mul’atu kanaan manaa fi qabeenya mana keessaa qaban ibiddaan duraa gubanii barbadeessan.

Obbo Yoonaasii fi maatiin isaanii yeroo ammaa bakkeetti baqatanii ala jiraachuuf dirqamaniiru jechuun oduun SBO dhaqqabe naannoo sana keessatti yakka raawwatamaa jiru ifoomsa.



Nafxanyaan Abiy Ahmad Uummata Oromoo Caalsifatee Filate Abiy Lubbuutti Rakkatte. Akka Inni Oromoo Of Biraa Hin Qabne Waan Beekaniif Angoo Dabalata Argachuuf Muddaa Jiru. Nafxanyaan Fonqolcha Godhuuf?


Oduu Gamachisaa

#Baga Gammaddan, Baga Gammanne uumanni oromoo hundii!!!

#Baalee biyyaa Gootatti
Paartiin Badhaadhiina Oromiyaa Siidaa qabsa’aa Haajii Aadam Saaddoo Baale Goobbaatti ijaarsiise eebbisisuf qophiin hundii xumuramee jiraa!!
Badhaadhiina Waliin Fuula Durrii Keenya Ifa!! — feeling wonderful.


Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020