Qeerroo Power – regime admits
Oduu tarkaanfii
Irree fi gachaana ummata oromoo wbon iddugala oromiyaa kaabaa lixaa shagaar keessa socho’uu waraana gabroomfataa mootummaa shiftaa itiyoophiyaa aanaa Dagam Ganda Yaayyaa Haroo bakka loomii jedhamutti sakattaa bobba’e guyyaa 2 / 08 / 2020 tooftaa lolaa isii WBON jalaa maseensuun guyyaa guutuu sharorkaa itti buusee walii isiiti deebiseen guyyaa guutuu dhokaasa ooltee, loltuu 3 iraa ajjeesee ajajaa fi namooti hedduu madoo taasisee jira .waraanni gabroofataa lola kanan baarage gana hari’aa ummata beetakirsitaan madanaalamii Haroo deemuu tti dhukaasee namoota hedduu akka madeesse, nama maqaa isaa ammatti arganne nama Nagaashuu Tolosaa jedhamu keessatti argama. Waraanni mootummaa shiftaa kun ummata nagaa ganda yaayyaa_ haroo hedduminaan mana hidhaatti guuree daraaraa fi hiraarisaa hamaa irratti gaggeessaa jira.
I U Of
Hagayya 3 /2020