Qellem Wallaga: Civilians run away from Government attacks

0

Qellem Wallaga: Civilians run away from Government attacks

Just yesterday alone (June 13, 2020), thousands of women and children ran away from the Abiy militia attacks in Qellem Wallaga for refugee in the nearby forest.

blank

Godiina Qellaam Wallaaggaa Aanaa Anfiiloo Gandaa #Sheebel Aradaa #Toti bakka jedhamu irraa gaafa guyyaa 13/2020 Irraa eegale waraani Mootummaa dararaa ummaata irraan ga’u irraa kan ka’ee ummaani qe’ee isaa gadhiise #Buqqaa‘ani baqataa akka jiran maddeen nama Naannoo sanaa baqqaatan waabefachuun gabaasan..

Roorroon ummaata oromootti jabaate ummaata oromoo #carraa_Baqqaaf saxiilaa Jira.
Oromoo waliif dirmaadhu.

blank

blank


 

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.