Qondaalli ABO J/Gadaa Gabbisaa Tika Mootummaatiin Butamee

Sagalee Bilisummaa Oromoo

Guraandhala 09, 2021
Qondaalli ABO Jaal Gadaa Gabbisaa Galgala kana 3/2/2021 Magaalaa Finfinneetti Hujiirraa osoo Galaa Jiru Tika Mootummaatiin Butamee Hidhaa Jiraachuu Maddeen SBO Gabaasanii Jiran.
May be an image of 1 person and text
Jaal Gadaa Gabbisaa

 


“Dararaa Mootummaan kun Narraan gahaa jiru caalattu Dargaggeessa Dhiiga Danfisee qabsoo akka finiinsu godha malee of dubaa hin deebisu; dhaloota mirgafi hiree isaa dabarsee hin kenninetu qabsoo of harkaa qaba.”
Gameessicha Jaal Abdii Raggaasaa!
Jaal Abdii Raggaasaa

 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.