Raya Abadura Abagaro: Waayee OPDO maal jedha.


Via Oromiyaa Harmeekoo, Ebla 24, 2019
Wolgahiin ODP Aanaa Gadab Hasaasaatti Huyyoota 4 Dabreen Gaggeeffamaa Ture
ODP guutumatti Gara OPDO tti jijjiiramuu isaanii Ifatti muldhiseera

Wolgahii Kana Irratti Kan hirmaatan Caasaalee Gandootaa Kan isaanii Qofaan Dhoksaan Kan gaggeeffame yoo ta’u
Guyyoota Kanniin Namni tokko Mobaayila Qabatee aakka hin seenne Dhoorkamanii jiru

Haata’u malee Hirmaattota Yaa’ii kanaa Kanneen Heera biyyattii kabajan Irraa Akka dhagayaa jirrutti Filannoo Asdeemu irratti Darbuuf Dhaabbilee Siyaasaa Irratti Duula Hamaa Banuuf Keessattuu ABO Shanee gumii sabaa Irratti Duula hamaa Banuuf Qophaayaa Jiraachuuf Ummata Wolgahii irratti Argameen Nugargaaruuf Waadaa Nuuf Seenaa Jedhanii Namoonni heddu Akka Morman Hubatameera

OPDOn Aanaa Gadab Tanaan dura Qeerroo Bifa hedduun Ijaaruun Akka Qeerroon Wolshakkuuf
Wol Jibbu irratti Hojjataa Kan turan Yoo ta’u

Dhiyoo kana Sabboontonni Dhalattoota Aanaa Kanaa Kanneen Ta’an Qeerroo Wolitti Fudui irratti Hojjataa Jiraatanillee Dhimma Kana Akka hin Milkoofneef OPDOn shira Jabaa Xaxaa jiraachuun ni beekkama
OPDOn Aanaa Gadab dhimma Kanarraa Akka uf qusataniif

Waan heerrii biyyattii hin jajjabeessine Hojjachuu irraa Akka Uf Qusatan Gaafanna

Qeerroo Gadab Hasaasaa”









Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020