RSWO: Ajjeechaa Suukanneessaa Oromticha Taarikuu Gabayyoo Ejersaa irratti raawwatame.

0

Ajjeechaa Suukanneessaa [morma muranii fandhisuu fi qaama gad-hafe gubuu] Oromticha Taarikuu Gabayyoo Ejersaa jedhamu irratti, Konyaa Gujii Lixaa.

Fuulbana 27, 2020
Ajjeechaa suukanneessaa (morma muranii fandhisuu fi qaama gad-hafe gubuu) Oromticha Taarikuu Gabayyoo Ejersaa jedhamu irratti, Konyaa Gujii Lixaa, Ona Surroo Barguddaa, Ganda Makkala Hidha Kormaa jedhamu keessatti LMKIIn raawwatame | Saamicha, hidhaa fi ajjeechaa, ijaarsa Ilmaan Nafxanyaa fi LMKIIn, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru.

https://www.facebook.com/RSWO.VIO/posts/629281914445947

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.