RSWO: Gudeeddaa fi Ajjeechaa Haadha Oromoo Ulfa

Gudeeddaa fi Ajjeechaa Haadha Oromoo Ulfa irratti Magaalaa Danbii Dolloo keessatti Raawwatame | RSWO


Gudeeddaa fi Ajjeechaa Haadha Oromoo, Ulfa Garaa Qabdu irratti, Magaalaa Danbii Dolloo keessatti, RIXn Raawwatame;
Ajjeechaa Suukanneessaa Dargaggoo Oromoo, Amaanaa Daadhii irratti, Ona Kuyyuu keessatti Raawwatame;
Ajjeechaa Suukanneessaa Dargaggoo Oromoo, Yeroosan Abbosee irratti, Qeellem Wallaggaa keessatti Raawwatame;
Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Tuulamaa keessatti Ajjeechaa fi Dararaa Uummata Oromoo irratti Raawwatamaa jiru.
RSWO – Caamsaa 26, 2020

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.