RSWO: Haala hamaa Oromoonni Konyaa Qeellem Wallaggaa

RSWO: Haala hamaa Oromoonni Konyaa Qeellem Wallaggaa keessaa gara Gambeelaatti baqatan keessa jiran


Dararaa fi ajjeechaa LMKIIn irratti raawwatamu jalaa dheessuun, Oromoonni gara Naannoo Gambeelaatti baqatan rakkoo hamaa keessa jiraachuu; danuun isaanii ajjeefamuu; kaanis, LMKIIn dirqisiifamuun gara boodaatti deebifamanis, achi-buuteen isaanii kan hin baramin ta’uu | Giddu-gala Oromiyaa, Lixaa fi Kaaba Tuulamaa keessatti, Oromoon haala hamaa keessa jiraachuu | RSWO – Waxabajjii 25, 2020



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.