RSWO Olmaa Magaala Awwadaay, Guraandhala 20, 2020



The Ethiopia 🇪🇹 Government terrorized the people and students were is human rights were is Amnesty International were is the humanity




KMN:- Guraandhala 20/2020 #updated_Awwadaay
====================================
Suuraawwan dabalataa gocha guyyaa har’aa waraanni mootummaa harargee bahaa magaalaa Awwadaayitti umatarratti raawwateedha. Namoonni kunneen mana yaalaa gara garaa keessatti waldhaanamaa akka jiraniidha ergaan KMN gahe kan ibsu. “Kanaaf qeerron naannawa sanaa dirmannaa godhaafii nuuf jedhaanii. Hiriira dirqiidhaan naaf baahaa jedhaniit qeeyroo teenya akkanatti tuman”

ይህ በዛሬዉ እለት በመስራቅ ሀረርጌ አወዳይ ከተማ የመንስት ሰራዊት በህዝቡ ላይ ያደረሰዉ ተጨማሪ ምስሎች ነዉ:: እንዚህ ተጎጂዎች በተለያየ ቦታዎች የህክምና እርዳታ እየተደርገላቸዉ ሲሆን “የመንግስት ወታደሮች ጭካኔ ድሮም ዘንድሮም ተመሳሳይ መሆኑን እና ለዉጡ የአፍ ብቻ ነዉ ያሉት መረጃዉን ያደረሱን ምንጫችን የአሁኑን ለየት የሚያደርገዉ በግድ ሰላማዊ ሰልፍ ካልወጣችሁ ብለዉ ህዝቡን እንዲህ መጨፍጨፋቸዉ “ነዉም ብለዋል::

Similar Articles

Comments

  1. AMANTIIN ISLAAM NAMNI TOKKO QABEENYA HAQA ISAA, MIRGA ISAA FII ABBUMMAA LAFA ISAA IRRATTI BADHAADHINA MASIIH DAJJAALIIN
    OSOO HIN GOWWOOMIN FALMTEE YOO DU’E JANNATA BADHAAFAMA JEDHA.
    AMBAASAADDARRI SU’UUDII FII U.S.AMEERICAA BARA 1992 WAAJJIRA A.B.O SHAGGAR GULLALLEETTI
    WAA’EE KANA WAAN DUBBATANIIF, MALLAS JARA LAMEENUU AKKA BIYYA GADI LAKKISAN AJAJEE ARI’EE JIRA.
    HAALLI AMMA LAFA OROMOO IRRATTI TA’AA JIRUS KAN KALEESSAAN TOKKO WAAN TAHEEF, TAKKA DHUUFUUN NAMUMMAA LAMA DHUUFUUN HARRUMMAA JEDHAMA MITII REE.

    HORAA,BULAA,HOFFOLAA.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020