RSWO: Oromoota Afran Qalloofi Siikkoo-Mandoo irratti, gocha hammeenyaa RIX fi Habashootaan raawwatamaa jiru | RSWO – Amajji 21, 2020







Similar Articles

Comments

  1. MAQAA WAAQA: GURRAACHA,GARAA,GARBAA; LEEMMUU; ROOBAA; TALIILAA; TOKKICHA; AKKA; DHIBBAAN; SAGLANUU AANFADHE.
    ……………..
    Dhaamsa Ilmaan Oromoo Hundaaf Wal-Qixa Dabre:-
    ………………
    Hunda dura daandii ganamaa dhaalaan nu gahetti deebi’uu qabna. Arma irratti aanfatnaa (religion) walii kabajuun sabboontota qaroo ta’uu qabna.Mirga namoomaa walii keenyaa fii ormaafis
    kabajuu qabna.Faajjiinis ta’ee alaabaan keenya tokkoo fii isa ganamaa qofa ta’uu qaba.Jaala koo waliin jechuus dhiisuu qabna.Walumaa galatti seenaa irraa baratnee fala rakkoo keenyaa hambaa keenya kan ta’e Sirna Gadaa hojiitti hiikuun fala waaraa ta’uun jala sararamuu qaba.Falli keenya Sirna Gadaa qofa.Demokrasii fii Sooshaalizimiin burjaaja’uu fii raata’uu hin qabnu.Ani qabsoo teenya Warraaqsa Bilisoomsaa Soraa (Baalee) Jeneraal Waaqoo Guutuu hundeesse irraa kaasee hamma Paartii Qananii (badhaadhinna) Itiyoopiyaa Doktar Abiyyi Ahmad hundeesseetti daandiin siyaasaa hordofamee ammas hordofamaa jiramu sirrii miti.
    Horaa bulaa hoffolaa.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Most Popular

Bill and Melinda Gates say Trump’s halting of WHO funding is dangerous

Bill and Melinda Gates say Trump's halting of WHO funding is dangerous and 'does not make any sense' as the philanthropists pledge an extra...

Bill Gates on how to fight future pandemics

Bill Gates on how to fight future pandemics The coronavirus will hasten three big medical breakthroughs. That is just a start By Bill Gates, Apr 23rd...

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights

U.N. Chief Warns Authoritarians Are Weaponizing Pandemic to Subvert Human Rights At the United Nations, Secretary-General António Guterres warned Wednesday that authoritarian governments are exploiting...