RSWO | Tarkaanfii Abbaa Torbee Magaalaa Naqamtee; Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsa 12, 2019
RSWO – Caamsaa 12, 2019 ◽ Tarkaanfii Abbaan Torbee Magaalaa Naqamtee Keessatti, Basaasa Diinaa Tokko’rratti Fudhate ◽ Haleellaa WBO’n Zoonii Kibbaa RIX’rratti Fudhate ◽ Kibba Oromiyaa, Godinaalee Gujii Bahaafi Lixaa Keessatti Hidhaafi Dararaan Hammaatee Itti-fufee Jiraachuu
ONN LIVE : CAAMSAA 12 2019 Sagantaa Marii Qeerroo Namoota mana hidhaa Xoollay turanii gara mana hi
ONN LIVE : CAAMSAA 12 2019 Sagantaa Marii Qeerroo Namoota mana hidhaa Xoollay turanii gara mana hidhaa Godina Wallagga Bahaa magaalaa Naqamteetti geeffaman manni murtii mirga wabii eegee gadhiisus qajeelchi poolisii Godina Wallagga Bahaa akka hin baane dhorke. | Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Anfilloo magaalaa Muggiitii Raayyaan Ittisa Biyyaa nama nagaa ajjeesan. | Mootummaan shira haaraa xaxuun “WBOf kaambii qopheessinee meeshaa waliin galchina” jechuun as ba’aa jiraachuun gabaafame.