Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamasaa 13, 2020

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamasaa 13, 2020


SAGALEE QEERROO : CAAMSAA 13 2020 | Waraanni Mootummaa lixa Oromiyaatti dargaggoota lama ajjeese fi hiraarsaan hammaachuu jiraattotni dubbatu. Wallootti dahoo COVID 19 mootummaan ummata dararaa jiraachuun jiraattotni rakkoo hamaaf saaxilaman.



DHAAMSA FOOLLEE~QEERROO OROMOO~WBO~ABO~BILXIGINNAA~Dogoggora Jawar Mohammed~Miidiyaan Lama Banamuuf

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.