SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitooteessa 3, 2019

SBO Bitootessa 03, 2019. Oduu fi Gaaffii fi deebii Hayyuu Oromoo Obbo Lubee Birruu Lubee waliin goone kutaa 5ffaa.



Maqaa ABOtiin nama hidhuun jabaatee itti fufeera.

Godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee magaalaa Aliboo keessatti OPDOn “isin ABO deeggartu” jechuun namoota nagaa sadii hiiteetti. Namoonni hidhaman sadan:

1. Obbo Abbabee Xiyyee (namni kun qaama miidhamaadha)
2. Filee Bayyanaa fi
3 Tuulii Nagaasaa jedhamu.

Aanaa Jaardagaa Jaartee kana keessatti tibbuma kana waraanni mootummaa miidhaa ulfaataa uummatarraan ga’aa akka turan dhaga’aa turre.

Similar Articles

Comments

  1. OPDOn meeshaa garboonfattuuti malee kaayyoo dhuma iyyuu warra qabdu miti. OPDOn yeroo Wayyaaneen Biyya Oromoo keessa jechuun golee Oromiyaa hin beeknne sanatti Wayyaanota biyya Oromoo keessa barsiisuu fi wayyaanota afaan Oromoo hin beeknneef hiiktuu ta’uu dhaaf warra Diinaaf ijaaramanii dha malee warra rakkina Oromoof Warra dhimamanii manaa ba’an miti. Oromoon kana jalamuree hubachuun gaarii dha.

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...