SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Guraandhala 21, 2020



ODUU AMMEE!
Odeessa Iccitii amma nu dhaqqabe!
Qeerroo Hararghee Jirtuu?

Boru Abiy Ahmed Iccitiin gara Magaalaa Harar (Adaaree Biyyoo akka imalu beekameera!
Kanaaf Qeerroo Hararghee ganamaan galma Calanqooti yeroo argamtanii gaaffiilee argaan gadii kana akka Abiy Ahmed gaafattan dhaamsa Oromummaa isiniif goona;

  1. Command post Wallagga, Gujii, Boorana Shawaa Lixaa, Hararghee irraa maaliif kaafamuu dhabe?
  2. guyyaa kaleessa qofa Magaalaa Awwadaayitti waraanni Agaazii kumni shan 5000 maaliif itti bobbaafamanii Qeerroo 30 hidhamani 10 rasasaan rukutamanii 1 ajjeessan, Miidhagaa lolaatti Deeggartoonni ABO fi KFO namni 70 maaliif jumlaan hidhama?
  3. Interneetii fi Network maaliif Wallagga, Gujii, Boorana, shawaa Lixaa irra kutama?
  4. guutuu Oromiyaatti Qeerroo Oromoo namni 10,000 ji’a sadi qofa keessatti maaliif hidhaman? Wallagga, Gujii, Boorana qofa keessatti Lammiileen Oromoo kumni lama 2000 Raayyaa ittisa Biyyaan maaliif Ajjeefamu?
  5. Jawar Mohammed ija Oromoota irraa Eegduu (Security) maaliif kaafame? Mana dhuunfaa Jawar Mootummaan Maaliif irra fudhate Jawar hoteela kireeffata?
  6. Ati dhiiga ummata Oromootiin Ol baate Maaliif gaaffii Oromoo deebisuu dhiiftee warra soddaa keetiitti galtee ummata Oromoo ganta?
  7. Bilxiginnaa fi Atiis nuuf hin taane Jawar jalaa karaa maaliif gadi hin dhiifne?
  8. Gaaffiin Finfinnee, Dirree Dhawaa, Harar Walloo, Raayyaa hatattamaan nu deebisuu qabda?
  9. Baayyata ummataa maaliif dhimma siyaasaa keessaniif oolfattu..fi..kkf

Gaafachuu qabdan Qeerroo Hararghee Dhaamsa kana amuma hatattamaan waliif Dabarsaa?

Hararghee koo boru itti Muddaa!!

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...