SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Hagayya 8, 2018
SBO: Hagayya 8,2018. Oduu, Ibsa Waloo Mootummaa Itiyoophiyaa fi ABO, Dhimmuma Araaraa Kanaa Ilaalchisuun Yaada HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Pir. MNO Dr. Lammaa Magarsaa Nuuf Laatanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.