Seife Nebelbal Radio Interviews Jaal Gammachuu Abbooyyee

Seife Nebelbal Radio Interviews Jaal Gammachuu Abbooyyee WBO Zoonu Kibbaa



Mariin ONN sa’atii 1ol fudhate kun baayyee bareedaa ture. Garuu Dr.#HenokGabbisaa didee hoggansa ABOtti quba qabuu baayy’isaa ture. Eessa dhaabatee hoggansa qeequu barbaada ?
Kaleessuma Foddaa TVn iyyanii Hoggana ta’uuf hawwuun jiraa ?
Heeraa fi seera ABO waan beeku natti hin fakkaatu.Hoggana jechuun isa mandheeffatee lafaratti waa hojjechaa jiru,Dargaggeessa hedduutu jira. malee hoggansi isa gubbaa muldhatu qofaa miti.





Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.