“Shira ABO irratti qophawee – Inter-Oromo Dialigue

Shira ABO irratti qophawee  – Inter-Oromo Dialigue

Source: Irbuu Shinniigga

Shira ABO irratti qophawee
Maqa Inter-Oromo Dialigue jedhuun Leencoo Lataa shira ABO irraatti akeekaan torbee dhufuu eegaluuf jira.
Naqarsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Leencoo lataa shira mayii ABO irraatti yaaluuf walgahii waamaa jirachuu biraa gahamee.
Leencoo Lataa,Diimaa Nagawwoo fi fakkaattonni dirqamaa PP irraa fudhataan torban dhufu walgahii iccitii guddaa gaggeessuuf sagantaan qabame keessaa tokko Bishooftuutti gaggeeffachuuf namoota lakkoofsaan xiqqoo ta’e waamanii jiru. Gantuu Leencoo lataa fi wahelloonni isaa Balbala cufannee waa’ee ABO irraatti marihanna jedhaa jiru. Bu’aan walgahiicha ABO jijjira jedhanii sageentaffatanii jiru!!
Bitootessa 06/2021 fi 07/2021 garee ergamtuu diinaa(PP) Araarsoo Biqila, Tooleera Adabaa, Qajeelaa Mardaasa, Atoomsaa kora dabaa gaggeessuuf shira xaxamee cichominaa sabboontotaa oromoon fashalee jennaan tooftaa haaraa dhaan shira ABO irraatti baanuuf walgahii karoorfamee dha.
Leencoo Lataa umrii guutuu qabsoo Bilisummaa Oromoo dhabamsisuu irraatti hojetee. Lammiileen Oromiyaa Jaarsaa summii kana bakkuma argameetti wan isaaf maluu kennuun murteessaadha. Shira namootaa kanaan lubbuu ilmaan Oromoo waggootaa 40 oliif wareegamaa hin malee baasaa jira.
Shira ABO irraatti gaggeeffamuu dhaabachuu baatullee kaayyoo fi akeekii ABO lafa qabatee wan jiruuf laalisa deemaa.
Diinni Diinaa Oli saba keenyaa Leencoo Lataa fi Diimaa Nagaawoo tti. Warri amantii rabbi itti nuu kaadhaa, warrii waa ofi harkaa qabdan moo ibiddaa tokkoo nu barbaadaa. Wareegamaa hin malee baafama jiruu sababuma namootaa kana lamaaniif caasaan isaan diriirsaan mallaqaa PP irraa guuranii gantoota garaaf bulaani dhaa .
Shira xaxaa bultee ooltuu kaayyoon ABO mamii tokko malee miseensoota ABO fi lammiilee Oromiyaan gali gahurraa dubbatti akka hin deebinee muxannoo waggootaa 40 argaa turtee ragaa dha.
Gantoota fi jaalalloota gara dhabama malee Qabsoon Bilisummaa Oromoo hin dhabamuu.
Injifannoo Ummta Oromoof!

This is the bitter truth that has been ingrained in the continent since these ugly rulers, ruthless and stupid power-mongers destroyed the dignity and beautiful culture of the African people. So that someone easily calls Africans with this bad reputation as if these idiots represent the entire people of this great continent.
But what Prof-Lumumba says is true and whether we like it or not, we must swallow it.
But we need to change this disgusting legacy before it is passed down to the next generation.

BREAKING:
The war planes of the Sudanese Air Force have conducted an attack on Ethiopia’s military and the Amharas that had in the east of Al-Fashaqa especially the largest seating of Ethiopian army and their militias in the place called Barkhat, which is the last of the Amharas in the region. Al-Fashqaqa.
The loss of that attack is yet to be known yet but an informative source of Ogadenia Media told that war is going on in those areas.
Follow here for more updates.
Ogadenia media is the source of news

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.