Shocking News: Artist Daadhii Galaan ajjeefame.

Qaamni gochaa kana raawwate eenyummaan isaa yeroof baramuu baatus gammachuu gaddatti jijjiire.
Godina Shawaa bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa magaalaa Ashuffee jedhamutti eebba fi sirbatu ture.

Weellistoonni biroo lubbuun bahanis qaamni dhukaasa bane Daadhii ajjeesee sokke.
Artist Daadhii Galaan barreessaa fi weellisaadha.

Yeroo Sabni keenya luugamni Garbummaa afaanii hin ba’initii sirbaa isaatin Sagalee ta’aa ture.

Har’a garuu kabaja isaaf malu dhabee ajjeefamuun nama kana maal akka jedhamutu na dhiba.
Reeffi Daadhii Galaan ammaan tana qorannoodhaaf Hospitaala Adaamaa jira.








Similar Articles

Comments

  1. Team Lammaa fi ag7
    tokkoome kan ajjefame awwallannee cal’isuudha.
    Silaa saba biraa ta’ee gumaa kan ajeefamee baafatu.
    Oromo kan ajjeese fi ajjeesiseef Team taha.
    Team Lammaa sal-phina kana ummata mude.
    Daadhi Galaan weelluu Miniliki fi Haile Sillase irratti baasaa ture.
    kuni Team Lammaa fi ag 7 biyya bulchaa jiru faallaa dha.

  2. Malli maali asichi dubbiin kuni akkuma kan jabana
    Eebisaa Addunyaa yeroo ajjeefamee lafa harkisan sana garii afeeranii dhiichisisan sana yoo
    tahe bulchinsi ammaa kuni expertoota nama alooluu beekan amaara .
    nama lafa irraa duguuguudha siyaasni isanii,
    Dafani laalessan qofa irraa dandamatu.
    Akkuma duraanii sana kan ajeesisuu fi hiisisu nagan ta’ee kan waaru yoo tahe ,Oromo qabsoo irra jira jechuun nama gaddisiisa.
    kanqa’ee keessa jiraachaa hiisisa ,ajjeesisaa jiratu ajjeefamu qaba.Kana qofaa haala fokkataa akka irra hin deddebi’amne tocha.

  3. Akka waan qabsoon umtate biyyi nagaa ta’etti socho’uun gaagama akkanaaf nama saaxila. Oromonni Siyaasa irratti ‘actively’ socho’aa turanii fi jiran of eeggachaa socho’uu qabu;bakkuma fedhetti argamuu hinqanani. Gama tokkoon yaroo itti Wayyaaneen haaloo itti ba’uuf kashalabbee namtti bittee nama ajjeesaa jirtu. Gama tokkoon immoo waldhabdee OLF fi ODP gidduu jiru irraa kan ka’e dabballeewwan bilchina hinqabne dantaa oromoo caalaa dantaa jarmiyaa isaanii waan tiksaniif namoota siyaasa isaanii hindeeggarre balleessuuf barbaaduu malu. kabiraan immoo ilmaan nafxanyootaas waan hojjechaa jiran hinbeeknu. BILCHAADHA! BAKKA HINTAANETTI HINARGAMIINAA!

  4. Akka waan qabsoon umate, akka waan biyyi nagaa ta’etti socho’uun gaaga’ama akkanaaf nama saaxila. Oromonni siyaasa irratti ‘actively’ socho’aa turanii fi jiran of eeggachaa socho’uu qabu;bakkuma fedhetti argamuu hinqanani. Gama tokkoon yaroo itti Wayyaaneen haaloo itti ba’uuf kashalabbee namatti bittee nama ajjeesaa jirtu. Gama tokkoon immoo waldhabdee OLF fi ODP gidduu jiru irraa kan ka’e dabballeewwan bilchina hinqabne dantaa ummata Oromoo caalaa dantaa jarmiyaa isaanii waan tiksaniif namoota siyaasa isaanii hindeeggarre balleessuuf barbaaduu malu. Kabiraan immoo ilmaan nafxanyootaas waan hojjechaa jiran hinbeeknu. BILCHAADHA! BAKKA HINTAANETTI HINARGAMIINAA!

  5. Akka waan qabsoon umatee, akka waan biyyi nagaa ta’etti socho’uun gaaga’ama akkanaaf nama saaxila. Oromonni siyaasa irratti ‘actively’ socho’aa turanii fi jiran of eeggachaa socho’uu qabu;bakkuma fedhetti argamuu hinqanani. Gama tokkoon yaroo itti Wayyaaneen haaloo itti ba’uuf kashalabbee namatti bittee nama ajjeesaa jirtu. Gama tokkoon immoo waldhabdee OLF fi ODP gidduu jiru irraa kan ka’e dabballeewwan bilchina hinqabne dantaa ummata Oromoo caalaa dantaa jarmiyaa isaanii waan tiksaniif namoota siyaasa isaanii hindeeggarre balleessuuf barbaaduu malu. Kabiraan immoo ilmaan nafxanyootaas waan hojjechaa jiran hinbeeknu. BILCHAADHA! BAKKA HINTAANETTI HINARGAMIINAA!

Leave a Reply to mOrmor caalaa Cancel reply

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...