—————————————————————————————————————————–
Oduu Sobaa
Oduun MM Cundhuuraa, Abiy Ahmed fi abbaa irree Isayyas Afawerqii Sudaan Kibbaa,Juba seenan jedhu soba. Suuraan kan waggaa lamaan kanaati. Sudaan Kibbaa hariiroo Itoophiyaa waliin qabdu kutaa jirti.
Qeerroo Intelligence Group
Be the first to comment