Tarkaanfii WBO Mudde 28, 2020

0

Tarkaanfii WBO Mudde 28, 2020

Qophii Keenya RABO Har’aa Keessatti:
• Oduun Jaal Raajiin nuuf dhihaata
• Gabaasi tarkaanfii Jaal Hawwiin nuuf dhihaata
• Qophii Addaa Keessatti ammoo:
• Jaal Raajiin miidhaa maatii qabsaawota irraan gahaa jiru ilaalchisee maatii qabsaahotaa dubbise qaba
• Jaal Hawwiin barruu olola kijibaa PPn WBO irratti gaggeessitu irratti barruu nuuf qabdi
Kan sagantaa nuuf gaggeessitu jaal Galagaan Bantii dha. Itti Dhiyaadhaa!
Dambalii Gabaabaa MB 31, KHZ 9555 irratti karaa Raadiyoon, karaa fuula FB Oromia national media – Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi YouTube ONM-ABO irraan dhihaata!
Mudde 28, 2020
Short Wave irratti Gaglagala Sa’aa 1:30 haga 2:30 akka lakkoofsa Impayera Itiyophiyaatti fi FB irratti ammoo Guyyaa sa’a 12:30 – 1:30PM akka DCtti ykn galgala 2:30 haga 3:30 akka lakkoofsa Impayera Itiyophiyaatti dhihaata.
Horaa, bulaa!
Injifannoo Ummata Oromoof!

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.