Tarkaanfii WBOn Waraana Gabroomfataa Irratti Fudhate

Tarkaanfii WBOn Waraana Gabroomfataa Irratti Guyyaa Arfan Darban Fudhate

Cuunfaa guyyaa afuran darbani:

WBOn kan ajjeese: 946
WBOn kan madeesse: 2,420

#Tarkaanifi_waraani_bilisumma_oromoo waraanaa gabroomfata irratti guyyaa arfaan darbaani kessati halaan injjifannoo ummata oromoo boonsu galmeeseeraa iddoo tarkaanifileeni itti fudhatamaani kessa hangaa tokko isiniif ibsinaa godina gujji lixati loltoota diinna 84 yomu ajjesu 116 madoo gochun akkasumas godina bahati loltoota diinna 109 yomu ajjesu 2003 madoo yomu tasisu akkasumas godina nagallee boorannatis tarkaanifi gonni humna dinnarrati fudhateeni loltoota diinna 97 Yomu ajjesu 78 madoo godheera kana malees godina baleetis tarkaanif leenci boosona humna diinnarrati fudhateeni loltoota diinna 62 ol yomu ajjesu 81 ol madoo akkasumas godina illu abbaa booratis tarkaanifi gooni fudhateeni loltoota diinna 74 ol yomu ajjesu 53 madoo akkasumas lixa wallaggatis tarkaanif gooni fudhateeni loltoota diinna 305 yomu ajjesu godina horoo guuduruu wallaggatis tarkanifi leenci fudhateeni loltooni diinna 92 yomu ajjesu 89 madoo shaggar lixatis 123 dara godhera injjifannoo

Source: Dhidhimsaa Diinaa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.