Tarkaanfilee WBO Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’uun LMKII irratti tibbana fudhataman
Tarkaanfilee WBO Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’uun Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa irratti tibbana fudhataman – Marii Ajajaa WBO Konyaa Gujii Bahaa, Jaal Magarsaa Lammii waliin taasifame | Haala hamaa Uummatni Oromoo keessa jiru – Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Tuulamaa.
Hagayya 11, 2020