Tarkaanfilee WBO’n, RIX irratti tibbana fudhateefi injifannoolee inni galmeesse | RSWO
RSWO – Onkoloolessa 3, 2019: Tarkaanfilee WBO’n, RIX irratti tibbana fudhateefi injifannoolee inni galmeesse ilaalchisuun, marii Hoogganaa WBO Konyaa Gujii Bahaa_Jaal Magarsaa waliin taasifne | Gochaa hammeenyaa RIX’n, Oromticha Lixa Oromiyaa, Magaalaa Gimbii’rratti raawwatame.