Uummata isaaf jecha, jireenya ofii dhiise

Uummata isaaf jecha, jireenya ofii dhiiseNimoonaa Urgeessaa

Nimoonaa Urgeessaa bara Sochii #FXG_OromoProtests fiininaa ture sana bara 2016-2018 guutuu mana hidhaatti erga dararamaa turee booda bara 2018 gadhiifame. Achii bahee baatilee muraasa booddee bultii horatee ture. Haa tahu malee ergasii yeroo shanii ol hidhamaa fi gadhiifamaa ture. Yeroo ammas haadha warraa isaa irraa erga hidhamee waggaa guutuf deema.
Waggaa lamaan hardhaa ( 16/05/2019) ture kan jaallan isaa hardha mana hidhaa jiran hedduu waliin dabalatee kan bultii ijaare.
Yeroonkunis darbee maatin shiraan adda faca’e kuni Nagaan walitti ni deebi’a.
Hundumaafuu Nimoonaa fi haadha warraa isaatin Baga waggaa 2ffaa cidha keessanii geessan!
Jabaadhaa!

1 Comment

  1. It pains me to think of the unimaginable personal pain and suffering you all have to endure because of your commitment to the struggle of the Oromo people,your people, for freedom…Be rest assured though: millions of your people, including this writer, are with you! We are certain the day you will walk on your own land & among your own people in liberty, as free men, is not far off! Stay strong! We love you all!

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.