VOA: Uggurri Geejjibaa Oromiyaa Keessaa Danqaa Nutti Uume; BBC

0

Uggurri Geejjibaa Oromiyaa Keessaa Danqaa Nutti Uume, Jedhu Daldaltoonnii fi Shofeeronni 

Uggurri geejjibaa naannoo Oromiyaa keessatti labsame danqaa akka itti uume daldaltoonnii fi Konkolaachistoonni VOAn dubbise himan. Namoonni ijaan argan akka jedhanitti konkolaatota hedduu irra miidhan gahee jira.

Warreen uggura kana labsan mootummaan hidhamtoota siyaasaa akka hiikuu fi gaafilee adda addaa dhihaataa turan akka deebisuuf goone, jedhu. Mootumman danqaa fi uggurri geejjibaa uumame tokkollee kan hin jirreefi Oromiyaa bakkawwan hundatti sochiin nagaa jiraachuu dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa


LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.