WAAFFALLI QEERROO OROMOO KANA TA’EE HAFEE???

Berhanu Hundee, Adoolessa 21, 2019

SUNI HUNDUU DABREE HIRRAANFATAMEE?

  • Ilmaan Oromoo Ambootti jumlaadhaan dhuman
  • Ilmaan Oromoo Calanqotti dhuman
  • Ilmaan Oromoo Finfinneetti dhuman
  • Ilmaan Oromoo Oromiyaa maratti wareegaman,….
  • Haati reeffa mucaa ishiirra teessee osoo boochuu miidhaan irra gahe
  • Warra mana tokko (maatii tokko) keessaa nama sadi dhaban (awwaalan)
  • Ilmaan Oromoo kumatti shallagaman Horaa Arsadiitti bakkee fi guyyaa tokkotti dhuman

KUNI HUNDUU JIJJIIRAMA DHUGAA FIDUU FI GAAFIILEEN OROMOO AKKA DEEBII ARGATAN TAASISUUFII MITI?

  • Har’a eessa jirra ree?
  • Har’a hoo maaltu deemaa jira ree?
  • Oromiyaan har’a maal fakkaatti?
  • Gaafiileen Oromoo deebii argatanii jiruu?
  • Bilisoomnee jirraa?

HAR’A HAALA AKKAMII KEESSA JIRRA?

  • Jijjiirama wareegama Ilmaan Oromootiin dhufetti eenyutu fayyadamaa jira?
  • Warra Qeerroon mana hidhaatii baasisetu Qeerroo diina godhatee abaaraa jiraa mitii?
  • Humnoota farra-QBO ta’antu jijjiirama kan butaa (hijack) godhaa jiruu mitii?
  • Handhuura Oromiyaa Finfinnee keessatti BAALA ADARAA jedhanii nutti qoosaa jiruu mitii?
  • Biyyuma keenyarratti nu abaaraa, nu arrabsaa fi maqaa uummata keenyaa xureessaa jiruu mitii?
  • Ijoolluma kaleessa sochii Qeerroo keessatti gahee taphachaa turantu har’a SHIFTOOTA jedhamaa jiruu mitii?
  • Akkuma dur har’as sababaalee adda addaatiin ilmaan Oromoo hidhamaa, reebamaa fi ajjeefamaa jiruu mitii?
  • Manneen Oromoo gubachaa fi qabeenyi Oromoo barbadaa’aa jiruu mitii?

BU’AAN NUTI JIJJIIRAMA KANARRAA ARGANNE MAALII EGAA?

YAA WAAQAYYO/RABBI HIREEN OROMIYAA FI OROMOO MAAL TA’UUF DEEMA LAATA?????

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data

21 million Chinese died of coronavirus – US intelligence officials intercept data By James Alami (Web Archive) -- A new data intercepted by the United States...

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020

BBC Afaan Oromoo: ODUU Owwituu, Amajjii 27, 2020