Waamicha Walgahii Hawwaasa Oromoo Maraaf, Sanbata/Saturday Fulbaana 26, 2020!
Konyaa ABO Washington Irraa

Mata-duree ‘Tarsiimoo fi Roadmap ABOn Kaayyoo QBO Galmaan Ga’uuf Dhi’eesse’ irraatti Konyaan ABO Washington, D.C. gorsaa ol-aanaa ABO fi qondaalota ABO biroo hafeeruun uummataaf ibsaa akka kennaniif toora Zoomidhan qophii isaa xumuratee jira.
Hawwaasi keenya naannoo DMV fi addunyaa irra jirtan carraa kanaan sagantaa kanatti akka qooda fudhattan hafeeramtanii jirtu.
Gargaarsii fi deggersi keessan ABO kaayyoo ganamaatti cichee jiru waalin hanga dhumaatti akka ta’u jabeessinee dhammaanna!
Keessummooti dubbatan:
1.J/Dr. Shuggux Galataa – Gorsaa Ol-aanaa ABO,
2. J/Billoo Garbii – MGS ABO,
3. J/Fatansaa Iluu – Gaafatamaa Waajjira ABO G/ I/Abbaa Booraa.
Guyyaa: Sanbata/Saturday, Fulbaana 26, 2020.
Sa’atii: 3:00w.b./pm
Toora Zoom dhaan
Konyaa ABO Washington, D.C.
Gaaffii fi yaada yoo qabaattaniif:
+1 (202) 705-6585
+1 (443) 851-3952

DEAR AYYAANTUU ADMIN. SECURE THE WEBSITE, GET SSL FOR THIS WEBSITE AND KICHUU AS WELL, IT IS EASY. EASY SSL PLUGGING CAN BE FOUND ON WORDPRESS PLATFORM.