Walgahii Miseensota GS ABO Kan jedhamee Waajjira ABO Gullalleetti gaggeessamuuf jedhu eenyu fa’itu waamameera? Eenyu fa’itu hin waamamne?

[SQ-ADOOLESSA 26/2020]

blank

Wal gahiin Miseensota GS ABO jedhamuun waamame miseensotni GS harki caalaan hidhaa Kan jiran yoo tahu kanneen hin hidhammes waamicha kana quban qaban.
Shirri kun eenyuun maaliif Isa jedhu SQ jala bu’ee hordofuun gabaasa bal’aa ummata Oromoo Addunyaarra jiraniif dhiyyeessa.

Eenyu fa’itu Wal gahii kana waame? kaayyoon Wal gahii kanaa maal ?
Eenyu fa’itu irratti argama?
Eenyutu eenyuun bakka buufama?

Kanneenii fi Kan biroo SQ gabaasa bal’aa funaannatee of harkaa galfachaa jira walitti qabaa isaa yeroo booda qabannee dhiyyaanna.

Ummata keenya keessa teenyee ummataaf hojjenna sagalee Qeerroo odeeffannoolee belbeltuu dursee ummataan gaha.

Similar Articles

Comments

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

blank

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Abiy Ahmed

Ethnic cleansing continued in Oromia Regional State by Ethiopian government lead by Dr. Abiy Ahmed, Prime Minister of Ethiopia July 10, 2020 The Right Honourable Justin...

New Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in pdf

Book: የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) in PDF Via Aba Orma, September 3, 2019 የተጠለፈ ትግል (The hijacked revolution) Author: Mudhin Siraj Pages: 152 Language: Amharic Year: July 2019 To...

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

OMN: ODUU GALGALAA (GURRAANDHALA 20, 2020)

The Oromo Demand: The Removal of Statues of Menelik II

The Oromo Demand: The Removal of Statues of Menelik II By Leenjiso Horo, July 5, 2020 Today in the United States of America, the statues of...

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past

PM Abiy Ahmed says African Americans live in the past In the first part of this video, Ethiopia’s Prime Minister Abiy Ahmed Ali (Nobel Peace...