Walleewwan Qabsoo Oromoo Haaraa

0

Walleewwan qabsoo artistoota Oromoo qabsoo bilisummaa Oromoo finiinsuu keessatti qooda olaanaa qabaachaa turanii fi haaraa dhufan gumaachi isaan qabasoo saba isaanii aangessuu fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo irreessuuf kennaa jiran seenaa qabsoo bilisummaa Oromoo keechatti bakka guddaa qaba! Kanaafis seenaan qabsoo haqaa Oromoo hoggayuu isaan yaadatti.

 

1. Bilisummaa Dinquu – ‘Nafxanyaan Hin Jiilu!’

https://www.youtube.com/watch?v=Xqw4EAbEBL0

2. Birruu Beenyaa – ‘Lolee lolee’ 

3. Keekiyyaa Badhaadhaa – ‘Barraaq’

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.