Waraanni mootummaan lixa Oromiyaa harka keennaa jira

0

Waraanni mootummaan lixa Oromiyaa harka keennaa jira

Waraanni mootummaan

Waraanni mootummaan lixa Oromiyaa keessatti bobbaafamee jiru Kan Agaaziin 12 keessatti argamu baay’inni isaanii 200 tahan WBO zoonii lixaatti makaman.

Waraanni mootummaa bakkoota garaagaraa keessatti lubbuu ummata Oromoo hin ajjeesnu jechuun gara qabsoo Ilmaan Oromoo Sabboontota tahan gaggeessanitti makamaa jiru.
Suuraa fi simannaa WBO zoonii lixaan godhame akka network argamee nu qaqqabeen isin biraan geenye.

Injifannoon Ummata keenyaaf barana goolaba argata.

Source: Walabummaa Media Network

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.