Warraaqsi Galaana Uummataa Iluu Abbaa Boora Magaaloota gara gara

0

Warraaqsi Galaana Uummataa Iluu Abbaa Boora Magaaloota gara gara

blank

Fincilli xumura gabrummaa (Warraaqsi Galaana ummataa) Iluu Abbaa Boora Magaaloota gara gara keessatti Qeerroo fi WBOn Wajjiin Hiriira Mormii guddaa lafa shochoosu gaggeessa jiru!
#Dhaadannoo;

  1. Abiyyi fi RIB Diina keenya, WBOn Gaachana keenya,
  2. Ajjeechaa duguugaa Sanyii (Genocide) ummata Oromoo irratti Abiyyi raawwachaa jiru ni balaalleffanna (STOP Killing Oromo People),
  3. Abiyyi Nafxanyaadha; Nafxanyaa ummata bakka hin buutu, Hatattamaan Aangoo gadi dhiisuu qaba,
  4. Nafxanyaa waliin jiraachuu hin barbaannu, Keeyyanni 39 hatattamaan Hojii irra akka nu oolu barbaanna,
  5. Down Down Nafxega, , Down Down Shimalis, Down Down Abiy, Down Down prosperity party,
  6. Dhaamsa: Qeerroo Hararghee Ka’i? Qeerroo Jimmaa Ka’i? Qeerroo Wallagga Ka’i, Qeerroo Walloo KA’I? Qeerroo Arsii KA’I? Qeerroo Baalee KA’I?
    Qeerroo Shawaa KA’I? Qeerroo Boorana KA’I? Qeerroo Finfinnee KA’I? Qeerroo Dirree Dhawaa KA’I? Qeerroo Jijjigaa Ka’i? Qeerroo Asoosaa KA’I? Qeerroo Awwaasaa Ka’i? Mirga Abbaa biyyummaa Oromiyaaf FALMADHU?….

Sagalee Qeerroo Oromiyaa Iluu Abbaa Boora irraa!!



LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.