WBO Cibraa Soddoom Booroo Waraana Leenjisee Eebbiise

WBO Cibraa Soddoom Booroo
WBO Cibraa Soddoom Booroo Waraana Leenjisee Eeebbiise

Guyyaan kun guyyaa Gammachuu jaalamtoota Qabsoo Oromoo Guyyaa rifaatuu diinaa keennaati! Yeroo hammaatti PP WBO Cibraa Soddoom Booroo balleessina jettee kaa ofiifuu baddee galtee ummaata afaan faajessaa jirtu garuu dubbii akka PP yaaddee osoo hin taane fallaa isaa WBO Cibraa Soddoom Booroo diinaa biyyaa Oromiyaa irraa balleesuu fi jajjaabee armaan gaadi Leenjisee Guyyaa ardhaa Eeebbiise gaad baase jira. Kun akka oolmaa fi bultii diinaa dhowwu shakkiin hin jiru. Baga gammanne! Bagaa gammaddan!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.