WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Weerartuu of irraa qolee


WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Weerartuu 36 Ajjeesuun 15 Madeessuu Ajajni WBO Onichaa Beeksise!

Adoolessa 4,2021

WBOn Zoonii Lixaa Cibraan Odaa Bulluq Buttaan Guduruu Aanaa Habaaboo Guduruu gandaa Caalaa Fooqaatti waraana shiftaa pp 36 ajjesse 15 madoo dandammii hin qabneen adabeera. Weerartuunis reeffaaf madoo ishee gattee bakkicha gadhiiftee dheessiteetti!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.