Yaaliin Hariiroo Bittaa Qawwee Russia fi Ethiopia Fashale

Dammaqee Mokonnen Hariiroo Russia fi Ethiopia Cimsuuf kan gara Russia ilmale Ture Russia  yakka waraanaa ummata nagaa irratti raawwachaa Hariiroo isin waliin cimsuu seera Idil-Addunyaa (International law) nu uggura jachuun Dammaqeen Salphifte akka gara Itoophiyaa deebifte mirkanaa’eera!! PPn Odeessi kun akka hin baaneef xaaraa turte amma arganneerra. PPn har’a mana tazi’aa fakkaatti jadhu Odeessa biraas qulqulleessaa jirra. Walitti deebina! Ammaaf kana waliif qoodaa

Source: FB: Ahmed Jamal


#Amazing_News: PPn gara hundaan hudhamtee waan qabamteef Lolas dhaabne marii araara biyyooleessa goona jarttee Embassy Idil-Addunyaa Finfinnee jirutti manguddummaa ergachaa akka jirtu odeessi keessoon dhufe ni mirkaneessa!! Kun Injifatamu PP argisiisa. Injifannoon guddaadha!! Garuu gochi Abiy Ahmed Itoophiyaa keessatti raawwatee yakkaa waraanaati waan ta’eef waan milkaa’u natti hin fakkaatu…🙂
Odeessa dabalataan walitti deebina!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.